SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Episodes

November 11, 2025 15 mins
Learn how to talk about fashion, and how to compliment someone in English, perfect for parties and cultural events. - Waaée fashionii, akkasumas nama tokko akkaaaa afaan Inglishiin itti jejan waliin dubbannaa kana irraa baratama, keessattuu yeroo qophii bashannanaa fi qophii aadaafaa irratti akkaataa waliin dubbannaa barattu.
Mark as Played
Education is a pathway to opportunity, but for too long, Indigenous students in Australia have faced barriers to success. While challenges remain, positive change is happening. In this episode we’ll hear from Indigenous education experts and students about what’s working, why cultural education matters and how Indigenous and Western knowledge can come together to benefit all students. - Barmootni daandii carraatti nama ceesisu, gar...
Mark as Played
November 4, 2025 11 mins
Torbee dabre Adam Mckenzy, Daarkteera seera seera idl-addunyaa HWPL Victoria keessummaa tafanne, walghuunii afaantaa sababeeffa HWPL (Aadaa Samii, Nageenya Addunyaa, Ifaa Deebisuu) eenyu, maalis kanu fi kkf gaafatne kutaa tokkoffaa isaa dabarsinee turre. Aadam, yaada hirmaattota waligahicha irra turee kan dhaabbata isaanii dinqisiifachiisee fi hojii isaa fuul duraaf illee isa hamlachise tahuu dubbateera.
Mark as Played
Cervical cancer is preventable, but only if you catch it early. Cultural and personal barriers have often meant that women avoid cervical cancer testing. But now with the help of a world-leading test, Australia is aiming to eliminate cervical cancer by 2035. The test is a safe and culturally sensitive option for women from all backgrounds. Best of all it could save your life—or that of someone close to you. - Kaansariin gadameessaa...
Mark as Played
Keessummaan keenya har’a Adam Mckenzy, Daarkteera waliigalaa seera idl-addunyaa HWPL Victoria ti. Nutis SBS Afaan Oromoo irraa HWPL (Heavenly Culture, World Peace, Restoration of Light) eenyu, maalis hojjeta kan jedhuu fi kkf? gaafatneen maqaan keenya “heavenly” yeroo jedhu amanitin waan walitti hidhata qabu namootni se’an jiru, garuu amantiis tahe siyaasa waliin hindhata tokko hin qabu jechuun ibse Adam. Dhaabbata Mootummoota Gamt...
Mark as Played
Choosing to legally change your name is a significant life decision that reflects your personal circumstances. Each year, tens of thousands of Australians lodge an application through the Registry of Births, Deaths & Marriages. If you’re considering a change of name, this episode takes you through the process. - Maqaa kee seeraan jijjiiruu filachuun murtoo jireenyaa guddaa haala dhuunfaa kee calaqqisiisu dha. Lammiileen Australia k...
Mark as Played
Learn how to talk about the night sky and stargazing. - Waa'ee samii halkanii fi urjii ilaaluu akkamitti akka dubbattu baradhu. Qophii kana dhaggeeffachuun jechoota fi akkaataa waliin dubbannaa hedduu irraa barattu.
Mark as Played
Practise speaking the dialogue from episode #96 At a swimming lesson (Med). - Barmoota Afaanii akeekkatee qophii #96 bakka leenjii bishaan daakaa jedhu qophaawe irraa waliin dubbannaa dhaggeeffachuun akkaataa itti dubbatan shaakaltu.
Mark as Played
Learn how to talk about swimming in English. - Learn how to talk about swimming in English.
Mark as Played
You may hear the protest chant, “what do we want? Land rights!” —but what does it really mean? Land is at the heart of Aboriginal and Torres Strait Islander identity, culture, and wellbeing. Known as “Country,” it includes land, waterways, skies, and all living things. In this episode of Australia Explained, we explore Indigenous land rights—what they involve, which land is covered, who can make claims, and the impact on First Nati...
Mark as Played
There’s no better way to experience Australia than hitting the road. Between the wide-open landscapes, country bakery pies, and unexpected wildlife, a road trip lets you take in the country at your own pace. But even if you’ve driven overseas, Australia comes with its own set of challenges, especially when you venture off the beaten path. - Australia beekuuf Imaluun alatti karaan biraa hin jiru. Lafa bal’aa, nyaata mana daabboo baa...
Mark as Played
Learn how to talk about Autism Spectrum Disorder respectfully. Understand common autism symptoms and use simple language to describe autism in everyday conversations. - Waa'ee Autism Spectrum Disorder, hasawa kabaja qabuun waliin dubbattu. Mallattoolee beekamoo autism qabu hubattu, akkasumas haasawa guyya guyyaa keessatti jechoota salphaatti namaa hubatamuu fayyadamaa.
Mark as Played
Learn how to talk about cars and understand common Aussie car slang. - Waa'ee konkolaataa waliin dubbachuun jechoota dhimma konkolaataa ilaalchisee dhalootni Australia jedhu irraa baratta. Jechoota dhageessanii hin beekne tarii hiikaan garuu kanuma isinuu beektan tahu dhageessu, hubannoo irraa qabaachuun walii galteef bu'aa jabaa qabaata.
Mark as Played
Springtime in Australia brings warmth, blossoms, and longer days—but also the peak of pollen season. For millions of Australians, this means the onset of hay fever and allergy-induced asthma. - Australia keessatti yeroon birraa hoʼa, daraaraa fi guyyoota dheeraa fida—garuu yeroon daraaraan harcaafatu hedduu ol ka'aa tahes. Lammiilee Australia miliyoonaan lakkaa’amaniif, kun jalqaba dhukkubni hay fever fi asmaa alarjiitiin dhufu jec...
Mark as Played
Irreechi bara kanaa hedduu na gammachiise jedha obbo Daanyee Dafarshaa qindeessaa qophii Irreechaa keessaa tokko kan tahe.
Mark as Played
A forced marriage occurs when one or both individuals do not consent freely, often due to threats, coercion, deception, or if they are under 16 or those with mental incapacities. No matter how long you've been living here, it's vital to know: You have the right to choose who you marry.  In this episode, we'll explore the difference between arranged and forced marriage and where you can turn for help if you or someone you know is af...
Mark as Played
Ji'i Fulbaanaa kun ji'a Irreechaa ti. Biyya dabalatee, bakka hawaasni Oromoo jiru maratti irreecha kabajuu eegalanii jiru. Asi Australia magaalaa Mellbourne keessattis hawaasni Dilbata kana ayyaana Irreechaa kabajuuf qophii irra jira. Nutis kanuma sababeeffannee qophii keenya torbee dabree irratti Qopheessitoota Ayyaana Irreechaa keessaa oobbo Olumaa qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa dubbifnee turre. Keessummaan keenya har'a ammoo Ob...
Mark as Played
Australia , Melbourne keessatti Irreecha Dilbata kana kabajamuuf deemu irratti Obbo Aliyee Galatoo fi Obbo Darajjee Fayisaa dubbifne Kutaa 2fa kana irratti Obbo Aliyee waliin dubbanne.
Mark as Played
Did you know that people offering taxi services from home need to register for Goods and Services Tax (GST)—regardless of how much they earn? Or that a fitness instructor needs local council approval to see clients at home? In this episode, we unpack the basic rules you need to know when setting up a home-based business in Australia. - Namoonni mana irraa hojii taaksii oofuu hojjetan Gibira Meeshaalee fi Tajaajiloota (GST) galmaa’u...
Mark as Played
" Irreechi nagaa dha, Irreechi Araaraa, Irreechi miidhagina," kan jedhan obbo Olumaa Qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa ti. Qophii har'aa keessatti akka odeeffatnetti obbo Daanyee fi obbo Olumaan Irreecha baranaa adda taasisuuf akka dansaa irratti qophoofneerra jedhan.
Mark as Played

Popular Podcasts

    If you've ever wanted to know about champagne, satanism, the Stonewall Uprising, chaos theory, LSD, El Nino, true crime and Rosa Parks, then look no further. Josh and Chuck have you covered.

    Paper Ghosts: The Texas Teen Murders

    Paper Ghosts: The Texas Teen Murders takes you back to 1983, when two teenagers were found murdered, execution-style, on a quiet Texas hill. What followed was decades of rumors, false leads, and a case that law enforcement could never seem to close. Now, veteran investigative journalist M. William Phelps reopens the file — uncovering new witnesses, hidden evidence, and a shocking web of deaths that may all be connected. Over nine gripping episodes, Paper Ghosts: The Texas Teen Murders unravels a story 42 years in the making… and asks the question: who’s really been hiding the truth?

    Dateline NBC

    Current and classic episodes, featuring compelling true-crime mysteries, powerful documentaries and in-depth investigations. Follow now to get the latest episodes of Dateline NBC completely free, or subscribe to Dateline Premium for ad-free listening and exclusive bonus content: DatelinePremium.com

    Crime Junkie

    Does hearing about a true crime case always leave you scouring the internet for the truth behind the story? Dive into your next mystery with Crime Junkie. Every Monday, join your host Ashley Flowers as she unravels all the details of infamous and underreported true crime cases with her best friend Brit Prawat. From cold cases to missing persons and heroes in our community who seek justice, Crime Junkie is your destination for theories and stories you won’t hear anywhere else. Whether you're a seasoned true crime enthusiast or new to the genre, you'll find yourself on the edge of your seat awaiting a new episode every Monday. If you can never get enough true crime... Congratulations, you’ve found your people. Follow to join a community of Crime Junkies!

    The Breakfast Club

    The World's Most Dangerous Morning Show, The Breakfast Club, With DJ Envy, Jess Hilarious, And Charlamagne Tha God!

Advertise With Us
Music, radio and podcasts, all free. Listen online or download the iHeart App.

Connect

© 2025 iHeartMedia, Inc.